Oduu Biyya keessaa

Daandiin Baahir Daar -Zeemaawanz – Falagabirihaan Ebbifame

Daandiin kiilo meetira 175 Baahir Daar -Zeemaawanz – Falagabirihaan ebbifame.   Ijaarsi daandii Baahir Daar -Zeemaawanz – Falagabirihaan bara 2005 kan eegalee yoo ta’u, baasii Birrii biiliyoona 2.4 gaafateera.  …

Oduu Afrikaa

Sudaan Keessatti Balaa Lolaan Namoonni 60 Du’an

biyyatitti ji’a Adoolessarra eegalee rooba cimaa roobeen namoonni 62 yoo du’an bulchiinsota 15 tti namoonni kuma 200 ol miidhamuun himameera. Kutaa Kibba biyyatitti kan argamutu bulchiinsi Waayit Naayil miidhaa cimaan…

Oduu Idil-addunyaa

Israa’eelitti Filannoon Waliigalaa Yeroo Lammaffaaf Gaggeeffamaa Jira

 Israa’eelitti filannoon waliigalaa yeroo lammaffaaf gaggeeffamaa jira Filannoo ji’a Ebla darbe gaggeeffameen Muummeen Minisrira Beenyaamiin Neetaaniyaahu mo’achuu yoo danda’an illee sagalee mootummaa bu’ureessu danda’u hin arganne. Ji’a shaan keessatti filannoon…

Ispoortii fi Bohaartii

Fiigichi Guddichi Badhaasa Idil Addunyaa Injifate

Fiigichi guddichi daandirraa Ityoophiyaa badhaasa idil addunyaa injifate. Dorgommicha torbee sadiif gaggeessaa kan ture “Lets Do This” kan deeggaramuu fi barruu fiigichaa “Runner’s World” kan dhiyaatu “The Challenge Award”. Dorgommii…

Fayyaa

Waltajjiin Marii Hundeeffama “Fooramii Nyaataa” Taa’amaa Jira

Waltajjiin marii hundeeffama “Fooramii Nyaataa” taa’amaa jira. Fooramichi dhimma dhiyeessii fi raabsaa nyaataa irratti xiyyeeffaateet gaggeeffamaa jira. Biiroo Qonnaa Naannoo Amaaraa, Biiroo Maallaqaa fi Tumsa Diinagdee naannoo Amaaraa, Ityoophiyaa Iskool…

Saayinsii fi Teeknoloojii

Re’ee Haadha Harma 4 Baayyota Ajaa’ibsiifte

Uumamaan Re’een harma 2 qofaa akka qabdudha kan beekkamu. Tibbana Naannoo Oromiyaa Godina Arsii Aanaa Gololchaa Re’een haadha harma afurii jiraachuun dhaga’ame. Qabeenyummaan isaa kan obboo Mahaammad Qaasim kan taate…